Uummanni addunyaa miliyoona hedduutti tilmamaamu ayyaana waggaa haaraa 'Lunar New Year' jedhamu kabajaa jiru. Ayyanni kunis Bara Bofaa jedhamees waamama. Chaayinoonni bofa mallattoo ogummaanni ...
Masriin waraanaashee Ergama Deeggarsa fi Tasgabbii Somaaliyaa Gamtaa Afriikaa haaraa jalatti bobbaasuunshee ''kaayyoo dorsiisa biyya kamuutu'' hin qabu jedhan Pirezidantiin Masrii Abdul Fattaah Al ...
Nama aartii Afaan Oromoo, keessattuu koomeedii jaallatuufi hordofuuf maqaan Sorsaa jedhu haaraa miti. Artist Sorsaa Lammiin ogeessa ... guddisuu keessatti gahee olaanaa taphachaa tureera. Walaloo ...
Finfinnee, Adoolessa 18/2023 – Erga hundeeffame waggoota 13 kan lakkoofsise fi yeroo ammaa kana barreessitota 123 dabalatee miseensota 300 of keessatti hammatee Waldaan Barreessitota Oromiyaa (WBO), ...