Dargaggoon ganna 27 kan ta'e Leencoon daarektara kilippii sirboota afaan Oromoo waggoota muraasaan as hawaasa biratti fudhatama argataniiti. Muquxaa'ee-Leencoo Gammachuu, Obonboleetti-Margituu ...