Naannoon Tigraay waraana miidhaa guddaa geessiserraa bayyanachuuf carraaqaa jiraattus, hooggansa paartii ijoo naannichaa gidduu dhibdeen ji'ootaaf ture cimee ummata yaaddorra buuseera. Waldhibdeen ...
Pirezidantiin Ameerikaa haaraan Doonaald Tiraamp, lammummaan kallattiin namoonni maatii sanada seera qabeessa hin qabne irraa dhalataniif kennamu akka hafuuf murte dabarsan. Tiraamp bara ...
Finfinnee, Sadaasa 07/2023 – Magaalaa Finfinnee keessatti barumsi Afaan Oromoo akka hin barsiifamneef qaamolee fedhii siyaasaa addaa qabaniin dhiibbaawwan hedduu godhamaa turu dandamatee kan itti fufe ...